.
Kush protestant kan jedhamu kun kan hundaa'e bara 2003 a.l.h yemmuu ta'u innis qaama saayitii guddaa kush jedhamuutidha. Haata'u malee kush kana qofaa osoo hin taane damee gurguddoo afur of jalaa qaba Isaanis:-Kabila
-kush
-kush talk
-kushprotestant
jedhamanii beekkamu isaanis kan hundeeffaman barataa Kabila Hayiletiinidha.
Gara fuulduraattis saayitii kana guddisuun dhaabbata guddaatti jijjiiruuf hojechaa jirra.
kanas immoo akka galman geenyuuf yaadaa fi kadhataan nu wajjiin ta'uu hin irraanfatiinaa.
Yero mara illee jijjiiramaf hojjenna kush!


pacman, rainbows, and roller s